Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni 300 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 300 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’uu Ministeerri dhimma Alaa beeksise.
Hooggantoonni Ministeerichaa buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun lammiilee deebi’an kanneen simataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.