Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 82 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 82 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoonni kunnee wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa boolee ga’an bakka bu’aa daayreektara jeneralaa Dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan Simatamaniiru.

Dabalataanis guyyaa kaleesaa lammiileen 120 Yamaan irraa gara biyyaa deebi’uu ragaan Waajjira Dubbii Hima Ministeera Dhimma alaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.