Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa balalli marsaa sadiin taasifameen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota kanneen keessaa 108 dubartoota yoo ta’an, 9 kan ta’an ammoo daa’imman ta’uu beekameera.

Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf hojii hojjetamaa jiruun hanga ammaatti lammiileen kumni 24 fi 660 deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.