Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Swiidiinii fi bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii Idil Addunyaa Matakkalitti lammiilee buqqa’aan daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Swiidiin Haans Heenriikii fi bakka bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii Idil Addunyaa Adeelee Kaahoodrii godina Matakkalitti lammiilee buqqa’aan daawwataniiru.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii Idil Addunyaa mootummaa Ityoophiyaa fi qaamolee deeggartootaa waliin buqqatootaaf tajaajila fayyaa, nyaata, biishaan dhugaatii laachaa jiraachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.