Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 837 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 837 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,901f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 837 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 167 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 18,189 irratti argama.

Namoonni 327 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 10 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,259 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 151,016 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.