Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoota dabalataa 524 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 79 dandamatan

Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti namoota dabalataa 524 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 79 dandamataniiru.
Ministeerri Fayyaa akka beeksisetti qorannaa laabraatoorii 5381 saáa 24 darbe gaggeeffameen, namoota 524 irratti vaayrasichi argameera.
Qorannaadhan vaayrasichi kan irratti argame waliigalaan 128316 qaqqabeera.
Waliigalaan kan dandamatan ammoo 113374 qaqqabeera.
Saáa 24 darbetti lubbuun namoota 9 kan darbe yoo taú, lakkoofsi namoot waliigalaan vaayrasichaan lubbu isaanii dhaban 1994 gaéera.
Namoonni 202 hordoffii wallaansa cimaa keessatti argamu.
Biyyattiitti qorannaan laabraatoorii namoota miiliyoona 1 fi kuma dhibba 8 fi kuma 50 fi 100 hojjetameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.