Fana: At a Speed of Life!

Jilichi naannoo Oromiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa ture duub deebii laachuun xumure

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2015 (FBC) – Jilil Obbo Mallas Alamuun durfamu naannoo Oromiyaatti daawwannaa hojii taasiisa ture duub deebii laachuun xumureera.

Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaatti Jilli Hogganaa Damee Waldaalee Siivilii fi Paartilee Siyaasaa obbo Mallas Alamuun durfamu Naannoo Oromiyaatti turtii guyyoota 12’f taasiseen Koree Qindeessituu Naannoo Oromiyaa waliin marii taasisuu fi duubdeebii kennuun xumuruusaa Paartiin Badhaadhinaa beeksise.

Xumura Sagantaa kana irratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Itti gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa dabalatee, miseensonni koree qindeessituu naannichaa argamuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.