Fana: At a Speed of Life!

Jilli aadde Caaltuun durfamu ijaarsa Proojektoota misoomaa magaalaa Burraayyuu daawwataa jira

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu preezdaantii fi Qindeessituu kilaastera misooma magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu ijaarsa proojektoota misooma magaalaa Burraayyuu haaraa fi bulleeyyii daawwataa jira.
Gammachiis Beekumaatu gabaase.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.