Fana: At a Speed of Life!

Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu misooma daandii godina Baalee daawwate

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Jilli Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaaniin durfamu godina Baalee, aanaa Agaarfaatti ijaarsa daandii Aliidha hanga Agaarfaa Gobeessaa daawwateera.
Jillu kun har’a pirojektoota misoomaa godina Baalee aanaalee Gooroo fi Agaarfaatti hojjetamanii xummuramuun ni ebbisaan eegama.
Jilichi haala ijaarsi daandii asfaaltii Arsii fi Baalee wal qunnamsiisu daawwachuu OBN gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.