Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Riippaablika Cheekitti dhaabbilee hojii Indaastirii Raayyaa Ittisaarratti bobba’aan daawwate

Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Riippaablika Cheekitti dhaabbilee hojii Misoomaa Indaastirii Raayyaa Ittisaarratti bobba’aan daawwateera.

Humni Waraanaa suphaa Xiyyaarootaa fi Indaastirii Raayyaa Ittisaa keessatti qorannoo akka babal’isu, Muxannoo fi dandeettii akka gabbifatu waliigalteen muuxannoo waljijjiiraa Riippablika Cheek isa biroo ta’uu Dooktar Abiy ibsaniiru.

Haaluma waliigaltichaan jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu dhaabbilee hojjicharratti bobba’aan daawwateera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.