Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Girmaa Amanateen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa Wallagga Lixa eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa

Wallagga Lixa eebbisiiseera.

Sirna eebbichaarratti sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amantee dabalatee hoggantoonni federaalaa, naannoo fi jiraattoonni godinichaa argamaniiru.

Gamoochi abbaa darbii afurii yoo ta’uu, baasii Birrii miiliyoona 75.8 ijaarramuu ibsameera.

Jilichi mooraa gamochaa keessaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeesseera.

Gammachuu Beekumatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.