Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ministir deettaa Ministeera Albuudaa fi Boba’aa aadde Simanyi Wubeen durfamu Maaliitti daawwannaa hojii taasise

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Jilli Ministir deettaa Ministeera Albuudaa fi Boba’aa aadde Simanyi Wubeen durfamu Maaliitti daawwannaa hojii guyyoota 2 taasiseera.
Miseensoota 7  of keessaatti kan haammate jilichi Ministeera Albuudaa fi Boba’aa, ejansii misooma albuudaa naannolee, Biiroo misooma eegumsaa naannoodha.
Jilichi turtii Maaliitti taasiseen warshaa oomishaa warqee, iddoowwan albuudni ba’aan, iddoowwan qorannoo akkasumas dhaabbilee fayyaa daawwateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.