Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gursuumitti hojii misooma sululaa eegalchiisan

Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee durfamu godina Harargee Bahaa aanaa Gursum Araddaa Odaa Oromiyaatti hojii misooma suluulaa eegalchiisaniiru.
Akka Oromiyaatti hojiin misooma sululaa guyyoota 45 turu Amajjii 2,2013 ummata hedduu hirmaachise eegaluu ragaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Uumamaa Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.