Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Geetuun durfamu Shawaa Kibba Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwate

Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Birroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwateera.

Jilli kun Aanaa Iluutti buufata biqiltuu tajiitti qophii biqiltuu ashaaraa magariisaa fi qophii kompoostii daawwachuu ragaan biirichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.