Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, Warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira.

Daawwannaa kanarrattis aanga’oonni mootummaa naannoo Oromiyaa olaanoo fi federaalaa arganiiru.

Magaalaa Galaanitti Warshaan Daakuu boqqoolloo Federeeshiinii Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaa Oromiyaa,Warshaa bunaa one koo fi Warshaan maxxansaa Meelbaa jila kanaan daawwatamuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.