Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu aanaa Lumeetti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti hojiilee misooma qonnaa daawwateera.

Daawwannaa kanarratti Lammii Ameerikaa kan ta’aniifi Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti hojii misoomaa kan deeggaran Jamii Anee Kuuppar argamuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.