Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Mana Barumsa Bultii addaa Ifa Boruu Beddellee eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Mana Barumsa Bultii addaa Ifa Boruu Beddelleetti Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 68 ijaarrame eebbisiiseera.

Manni Barumsaa Bultii Addaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Baddalee yeroo hamma barattoota 193 simatee barsiisaa jira.

Mana Barumsa Bultii Addaa kana keesaa Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu ijaaramee tures jillichaan eebbiffameera.

Gammachuu Beekumaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.