Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Aanaalee Shawaa bahaa goginsa Godina Booranaatti mudateef deeggarsa nyaata looni taasisan

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Aanaalee Shawaa bahaa goginsa Godina Booranaatti mudateef deeggarsa nyaata looni taasisaniiru.

Deeggarsichi Aanoolee Godina Shawaa bahaa Adaamii Tullu Giddoo Kombolchaa, Gumbichuu, Aana Liiban Cuqqaalaa, Aana Lumee, Adaamaa, Ada’aa fi Booraarra walitti qabuun marga looni  konkolaata 14 fa’uun Godina Boorana Magaala Yaaballootti qaqqabsasiisuusaanii bakka bu’aan Hoggansa Sadaa balaa Godina Booranaa obbo Liiban Kabbadaa himan.

Itti Aanaan Bulcha Bulchiinsa Godina Booranaa obbo Abdi Salaam Waariyoo qaamolee deeggarsa taasisaan galateeffachuun ragaan waajjira dhimmoota kominikeeshinii mootummaa godina Booranaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.