Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Juuntaa mormuuf hiriira gaggeessaa jiru

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Juuntaa mormuuf hiriira gaggeessaa jiru.
Hiriirichi ganama sa’aatii 1:00 irraa eegalee addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirichi mata dureewwan ‘Ityoophiyaa moo’atte, nageenya ishees ni kabajji, Ityoophiyaan goota isheen qaanooftee hin beektu’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Afawarqi Iyyaayyuutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.