Fana: At a Speed of Life!

Kaappiteenoonni baaburaa 34 eebbifaman

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Waldaan Aksiyoona Geejjibaa Baaburaa Ityoo-Jibuutii Kaappiteenoonni baaburaa 34 eebbisiseera.

Kaappiteenoonni kunneen waggoota lamaan leenjiirra kan turan yoo ta’u, baatiwwan 6f ammoo gara Chaayinaa imaluun leenjii hojii fudhataa turu ibsameera.

Sirna eebbichaarratti kan argaman Ministeera Mistirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas ergaa baga gammadanii dabarsaniin

Akka gabaasa EBCtti Ityoophiyaatti dameen  baaburaa guddinaa galmeessaa jiraachuu ibsaaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.