Fana: At a Speed of Life!

Komiishinichi hawaasni wayita ayyaanoota Faasikaa fi Ramadaanaa  kabaju balaa tasaarra akka ofeeguu akeekkachiise

Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa fi Ibiddaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hawaasni wayita ayyaanoota Faasikaa fi Ramadaanaa  kabaju balaa ibiddaa fi konkolaataarraa akka ofeeguu akeekkachiiseera.

Komiishinarri komiishinichaa Obbo Salamoon Fissahaa, hawaasni wayita nyaata qopheessutti balaa ibiddaa humna elektirikaan, Siliindaraa fi kanneen biroon mudachuu malurraa of eeguu akka qabu hubachiisaniiru.

Akkasumas balaa tiraafikaarraa of eeguunis barbaachisaa ta’uu himuusaanii OBN gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.