Fana: At a Speed of Life!

Komishiinichi filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibse

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)-Komiishinii Poolisiin Oromiyaa filannoo guyyaa boruu karaa nagaan akka gaggeeffamuuf qophii duraa xumuru ibseera.

Komishiinichi qophii hundaa xumuree hojiitti galuu ibsun, uummata  waliin ta’uudhaan rakkoo nageenyaa kamiinuu kan fashaleessuu ta’uu ragaan komishinichaarra argamee  ni muul’dha.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.