Fana: At a Speed of Life!

Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa hawwii gaarii Bara Haaraa Ityoophiyaaf hawwaniiru

Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Komishinar Muusaa Faakii barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nageenyaa fi Badhaadhinaa akka ta’u hawwaniiru.
Jaalleewwan hojii isaanii fi kanneen bara haaraa kabajan hundaan Ayyaannichi ayyaana gaarii akka ta’u hawwaniiru.

Barri haaraan bara gammachuu, Fayyaa, nageenyaa fi Baadhaadhinaa isiif yaa ta’u jechuun fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.