Fana: At a Speed of Life!

Komishiniichi ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaa nagaan xumuramu ibse

Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa ayyaanni Irreecha Hora Harsadee karaan nagaan xumuramu ibseera.

Komishiinichi ayyanni Irreechaa Hora Harsadee rakkoo nageenyaa tokko malee gutummaan guutuutti nagaan goolabamuu isaatiif hawaasa Magaalaa Bishooftuu fi naannawa ishee galateeffateera.

Akkasumas qaamolee nageenyaa  galateeffachuu ragaan fuula Feesbuukii Komishinii Poolisii Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.