Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin Marii Biyyaalessaa hoggantoota Godinaa, Kantiibootaa fi Aanaalee Oromiyaa waliin mari’ata  jira

Finfinnee, Mudde 22 ,2015 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa hoggantoota Godinaa, Kantiibootaa fi Aanaalee Oromiyaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa jiraachuu ibsame.

Marichis Yaadrime hirmattootaa Marii Biyyaalessaa addaa baasuufi ajandaa sassabuurratti kan xiyyeeffate ta’uun ibasmeera.

Maricharratti  miseensa koomishinii Marii biyaaleessaa Ityoophiyaa Komishinar Zagayyee Asfaaw dabalate hoggantoonni Godinaa, Kantiiboonni magaalotaa fi hoggantoonni Aanaalee Oromiyaa argamaniiru.

Obbo Zagayyee Asfaaw maricharratti hasawaa taasisaniin, komishinichi erga hundaa’ee jalqabe qooda fudhattoota garaagaraa waliin marii taasisaa jiraachuu eeruu isaanii OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.