Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin qorannoo biyyalessaa 4ffaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Konfiraansiin Qorannoo Biyyaalessaa 4ffaan Yuunivarsiitii Boongaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Konfiraansichi mata duree “Qorannoo Jireenya Itti fufiinsa qabuf” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuun eerameera.
Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Walitti Qabaan Koree Dhaabbii dhimmoota Misooma Qabeenya Namaa, Hojii fi Teeknooloojii Dooktar Nagaarii Leencoo fi Pireezidaantiin Yuunivarsitii Boongaa Dooktar Peexiroos Waldagoorgiis fi qooda fudhattoonni biroon waltajjicharratti argamaniiru.
Konfiraasichaan qorannoowwan garaagaraa dhiyaachuun kan irratti mari’atamu ta’uu ibsameera.
Konfiraansiin kun Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoottis gaggeeffamaa jiraachuu eerameera.
Waandimmu Addunyaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.