Fana: At a Speed of Life!

Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 308 Tigiraayiin ga’uu eerame

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fea’an 308 torban kana keessaa Naannoo Tigiraayiin ga’uu Sagantaan Nyaataa Addunyaa beeksise.
Sagantaan Nyaataa Addunyaa toora miidiyaa hawaasummaa isaan akka beeksisetti, konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an kunneen lammiilee deeggarsi barbaachisuun kuma 800 ga’uu kan danda’uudha jedhameera.
Dhaabbatichi akka beeksiseetti, torban kana keessaa marsaa 6ffaan deeggarsa namoomaa Naannoo Amaaraa fi Afaaritti kan eegaluudha.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.