Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjiin Faarmaa damee shaashamannee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 800 eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Koolleejjiin Faarmaa damee shaashamannee barattoota gulantaa fi digriin barsiisaa ture 800 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota kanneen keessaa 530n dhiira 270n ammoo dubartoota ta’uu ibsameera.
Koolleejjichi Muummeewwan public health, reporoductive health, Accounting and finance, Business Managementiin digirii 2ffaa barsiisuuf qophii xumuruu Abbaan qabeenyaa fi Preezdaantiin Koolleejjii Faarmaa Obbo Siyyum Kabbadeen ibsaniiru.
Jibriil Huseentu gabaase.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.