Fana: At a Speed of Life!

Koreewwan Dhaabbii MMF ajandaalee garagaraarratti mari’achaa jiru

Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)-  Koreewwan Dhaabbi Mana Maree Federeeshinii ajandaalee garaagaraarratti mari’achaa jiraachuu ibsame.

Marichaan koreewwan dhaabbii dhimmoota eenyummaa, bulchiinsaafi daangaa, ijaarsa nageenyaa, hariiroo mootummootaa, tokkummaa diimokiraasiifi barsiifata heera mootummaa, dhimma deeggarsaafi qoodiinsa galii waloo, hiikkaa heera mootummaafi akkaataa raawwii murtoo hirmaachaa jiraachuu eerameera.

Koreewwan kunneen ajandaalee kanneen irratti mari’achuun mana marichaaf yaada murtoo ni dhiyeessu jedhamee kan eegamu ta’uu ragaan Mana Maree Federeeshiniirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.