Fana: At a Speed of Life!

Lakkoofsi namoota weerara vaayrasii koroonaan du’anii daraan dabalaa dhufuu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti guyyoota lamaan darbanitti lakkoofsi namoota weerara vaayrasii koroonaan du’anii daraan dabalaa dhufuu ibsameera.

Erga gosti vaayrasii koroonaa haaraan Deeltaa jedhamu Ityoophiyaatti muul’ate lakkoofsi namoota dhibichaan qabamanii fi lubbuun darbanii guyyaa gara guyyaatti daraan dabalaa dhufuu Ministeerri Fayyaa beeksiiseera.

Guyyoota lamaan darban qofatti lubbuun namoota 72 darbuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.