Fana: At a Speed of Life!

Lammii Indoneezhiyaa adala 250 waliin jiraattu

Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Lammiin Indoneezhiyaa adurroota adala 250 guddisaa jirti.
 
Naannoo qarqara magaalaa Jaakaartaa kan jiraattu dubartiin Diittaa Agustaan jedhamtu, adurroota adala 250 karaarraa kaastetti.
 
Adurroonni bosonaa fi karaarraa kaafaman kanneen gaafa tokko nama isaan fudhatu ni argatuun abdii qabdi.
 
Diittaa Agustaan amma umriin ishee 45
 
Nyaata adurroota walitti qabde kanneenif guyyaatti Doolaara 72 baasti.
 
Abbaa warraashee dabalatee namoota biroo hojii qulqullinaa hojjetan 5f carraa hojii uumtetti.
 
Adaloota fayyaa jiraachusuurra kan dhibamanii fi yaala barbaadan ofitti fiddee deeggaa jiraachuu himti.
 
Manatti kan kunuunsituun ala adurree karaa fi bosona keessatt agarteef nyaata ni laatti.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.