Fana: At a Speed of Life!

Lammiilee Ityoophiyaa 301 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa 301 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.