Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an.

Lammiileen Ityoophiyaa 163 guyyaa har’aa Beeruut irraa gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.

Torbee darbee eegale lammiileen sanada hin qabne gara biyya isaanitti akka deebi’aniif hojiin hojjetamuu ibsameera.

kanaanis, torbee 1 keessatti lammiileen 947 gara biyya isaaniitti akka galan ta’eera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.