Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 293 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 293 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Guyyaa kaleessaa Lammiileen Ityoophiyaa 293 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Ityoophiyaannoonni guyyaa kaleessaa gara biyyaa deebi’an hundi dhiira ta’uu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Bakka bu’aan Daayreektoreetii Jeneraalaa dhimmoota Qonsiilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun simannaa taasiisaniifiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.