Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 20 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiilee Ityoophiyaa kumni 1 fi 20 Saa’ud Arabiyyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiilee deebi’an keessaa sadii guddattoota umriin isaanii 18 gadii ta’uun eerameera.

Deebitootaaf kunuunsi barbaachisaan taasifamuun buufata qophaa’eef qubsiifamaniiru.

Hanga ammaatti lammiileen Ityoophiyaa kumni 63 fi 467 gara biyyaatti deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.