Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema jiraachuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) –Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema jiraachuu ibsame.

 Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.

 Qormaata kutaa 12ffaa barattoonni qaroo dhabeeyyiin hundi onlaayiniin akka qoraman taasisuuf hojjetamaa jiraachuu ministeerichi ibseera.

 Deettaan Ministira Barnoota aaddee Huuriyaa Alii baratoonni qormaataa onlaayiniin qoramuu akka danda’aaniif wan isaan dandeessisu beekumsa bu’uuraa qabachaa akka jiran himaniiru.

 Barattoonni qaroo dhabeeyyiin guutuu biyyaarra walitti baba’an 250 Yuunivarsiitii Finfinneetti leenjii teeknooloojii fudhachaa jiru.

 Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.