Fana: At a Speed of Life!

Letanaan Jeneraal Alburihaan Fooramii Xaanarratti hirmaachuu Magaalaa Bahir Daar Galan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Dura Taa’aan Mana birmadummaa Mootummaa Ce’umsaa Sudaan Letanaan Jeneraal Abdulfattaahi Alburihaan Fooramii Xaanarratti hirmaachuu Magaalaa Bahir Daar Galaniiru.

Letanaan Jeneraal Alburihaan wayita magaalaa Bahir Daar ga’an Muummeen Ministiraa FDRI simannaa taasiisaniifiru.

Fooramiin Xaanaa 10ffaan dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti Onkololeessa 4 – 6,2015tti magaalaa Bahir Daaritti ni gaggeeffama.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.