Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti Simmintoo kuntaalli kumni 50 birrii 377 gadiin akka gurguramu murtaa’e

Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Gama Hojiilee daldalaa Ityoophiyaan kan dhiyaate Simmintoo kuntaalli kumni 50 birrii 377 gadiin magalaa Finfinneetti akka gurguramu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Haaluma kanaan Darbaan, Birrii 343.35, Mogor Birrii 352. 63, Habashaan Birrii 364.39 fi 376.28 akka gurguraman murtaa’uu ibsameera.
Mootummaan qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojiilee hedduu hojjechaa jiraachuu fi dhaabbilee ijaarsaaf sirna dhiyeessii oomishalee simmintoo fi daballii gadii sirreessuuf tarkaanfii fudhachaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii ifoomseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.