Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jigjigaatti Uummanni Sagalee isaa kennaa jira

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Naannolee filannoo Magaalaa Jigjigaa keessatti argamanitti Uummanni hiriiraan ba’ee Sagalee laachaa jiraachuu ibsameera.
Uummanni haala tasgabbii qabuun sagalee isaa kennaa jiraachuu ibsameera.
Uummanni haala diimokiraatawaa fi bilisa ta’een bakka bu’aa na tajaajila jedhee amanu filachuuf bakkichatti kan argaman ta’uu eerameera.
Kenniinsi sagalee akkaataa Vaayrasii Koroonaa ittisuun danda’amuu fi nagaan akka xumuramuuf jiraattoonni magaalichaa tumsuu akka qaban dhaamamuu ragaan Ejensii Midiyaa naannichaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.