Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Johaansbargitti balaa ibiddaa mudateen lubbuun namoota 60 darbe

Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Afrikaa Kibba Magaalaa magaalaa Johaanisbargitti balaa ibidda gamoo tokkorratti mudateen lubbuun namoota 60 darbuu dhaga’ameera.

Balichaan namoota 40 ol irraa miidhaa cimaan qaqqabuun ibsameera.

Balichi gamoo abbaa darbii 5 irratti kan mudate yoo ta’uu, ka’umsi balichaa kan hin beekamne ta’uun BBCn gabaaseera.

Gamoo balaan Ibidda irra qaqqabe kanaarra Godaantonni biyyoota Afrikaa garaagaraarraa dhufaan jiraachaa turuu eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.