Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Waraabeetti sagantaan Afxiraa guddaan daandirratti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Siimpooziyeemii Aadaa fi Afaanii Silxee 16ffaa sababeeffachuun Godina Silxee Magaalaa Waraabeetti sagantaan Afxiraa guddaan daandirratti gaggeeffameera.

Saganticha Bulchiinsi Godina Silxee fi bulchiinsi magaalaa Waraabee waliin ta’uun qopheessuu ibsameera.

Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufariyaat Kamiil, Gorsaan Nageenyaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee hoggantoonni mootummaa naannoolee fi bulchiinsa magaalaa Finfinnee saganticharratti argamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.