Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti baatiwwan salgan darban galiin Birriin biiliyoonni 108 walitti qabame

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan salgan darban galiin Birriin biiliyoonni 108 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.

Biirichi baatiwwan salgan darban galii Birrii biiliyoonni 109.6 walitti qabuuf karoorfatee Birrii biiliyoonni 108 walitti qabamuu Hogganaan Biiroo Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee Obbo Adam Nuur ibsaniiru.

Galiin argame kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Birrii biiliyoona 34 caalmaa qabaachuu eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.