Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti Manneen barnoota bu’uura Boruu fi Manneen barnoota moodelaa 72 ijaaruuf hojiin eegalame

Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar ganna kana Uummataa fi dureeyyii hirmaachisuudhaan manneen barnoota moodelaa fi bu’uura boruu  ijaaruuf kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti hojii jalqabeera.

Akka Magaalaa Shaggaritti ganna kana aanaalee 36 keessatti manneen barnoota bu’uura boruu fi manneen barnoota moodelaa 72 kan ijaaraman ta’uu Itti Aanaan kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Shagggar Obbo Gugsaa Dajanee himuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.