Fana: At a Speed of Life!

Magaalichi sangoota 22 barattoota M/B Bultii Addaa WMOtiif deeggarsa taasise

Finfinnee, Bitootessa11, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Bishooftuutti argamaniif Sangoota 22 Birrii miiliyoona 1.1n bituun deeggarsa taasiseera.

Bulchiinsi magaalichaa ummata hirmaachisuun sangoota kanneen bitee barattoota ciccimoo waldaan Misooma Oromiyaa Mana Barumsaa Bultii Addaatti barataa jiran deeggaruuf gara sanatti erguu ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalaa Jimmaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.