Fana: At a Speed of Life!

Magaalota Qoobboo, Falaaqiit Garagaraa fi Waldiyaatti hiriirri deeggarsa hoggansa jijjiirramaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Magaalota Qoobboo, Falaaqiit Garagaraa fi Waldiyaatti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy fi hoggansa jijjiirramaa gaggeeffame.
Kaayyoon hiriira deeggarsa hojiilee hoggansa jijjiirramaan hanga ammaatti hojjetamaniif beekkamtii laachuu fi jijjiirramichi caalmaatti akka itti fufu jajjabeessuuf ta’uu ibsameera.
Magaalota Qoobboo, Falaaqiit Garagaraa fi Waldiyaatti hiriirri gaggeeffame dhaadannowwan hoggansa jijjiirramaa jajjabeessan dhageessisuun taasiifamuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.