Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Federeeshinii murtoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaa qorachuun raggaasiise

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii walga’ii ariifachiisaa 1ffaa, bara paarlaamaa 6ffaa har’a gaggeesseen bu’aa murtoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaa qorachuun raggaasiiseera.
Manni marichaa bu’aa murtoo ummataa dhiyaate qorachuun sagalee guutuun raggaasisuu Af Yaa’iin mana mare Federeshinii obbo Aganyahu Tashaagar ibsuu ragaan mana marichaarraa argame ni muul’sa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.