Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii hundeeffama mootummaa haaraa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi Preezdaantii naannichaa fi Af Yaa’ii mana marichaa dabalatee kaabinoota naannichaa haaraa ni moggaasaan eegama.
Miseensota mana marichaa yeroo hojii isaanii xumuraniif gaggeessaa fi waraqaan ragaa kan laatamuuf ta’uu ibameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.