Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Beenishaanguul Guumuuz boru yaa’ii idilee gaggeessuu ni eegala

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Beenishaanguul Guumuuz boruu eegalee guyyoota 2f yaa’ii idilee kan gaggeessu ta’uu ibsameera.
Manni marichaa yaa’ii idilee 12ffaa boruu eegalee gaggeessuun gabaasa raawwii hojii Mana Murtii Waliigalaa fi Ooditii Waajjira Muummee naannichaa irratti kan mari’atu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Naannoo Beenishaanguul Guumuuz aadde Alamnash Yibaas himaniiru.
Dabalataan manni marichaa baajata bara 2014 naannichaas ni raggaasiise jedhamee eeggama.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.