Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan Miseensonni mana marichaa haaraan Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan filataman waggoottaan shanan itti aananiif ummataa fi mootummaa tajaajiluuf waadaa galu jedhame.
Akkasumas Preezdaantii naannichaa fi Ay Yaa’ii mana marichaa haaraa ni moggaasaan eegama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.