Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibbaa piroojektoota 93 qorachuun raggaasise

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa walga’ii idilee guyyaa har’aa gaggeesseen piroojektoota invastimantii garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.

Manni marichaa piroojektoota dameewwan qonnaa, indaastiriifi tajaajilaa dhiyaatan 93 qorachuun akka ragga’aniif murtoo dabarsuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Manni marichaa piroojektoota kaappitaa Birrii biiliyoona 8.2 ol galmeessisan irratti murtoo dabarsuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.